Fana: At a Speed of Life!

Kuwaataar waancaa Addunyaa 22ffaa ala taate

Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa marsaa 2ffaan Neezarlaandii fi Ekkuwaadoor gidduutti gaggeeffame goolii tokko qixa xumurame.

Kuudii Gakpoon daqiiqaa 6ffaarratti Neezarlaandiif, Ennaar Vaaleenshiyaan daqiiqaa 49ffaarratti Ekkuwaadoiriif goolii ittiin qabxii qooddatan galchaniiru.

Kuwaataar taphoota lama walitti aansuun injifatamuu ishee hordofee biyya jalqabaa waancaa Addunyaa 22ffaa ala taate ta’uun ishee mirkanaa’eera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.