Fana: At a Speed of Life!

Laabraatooriin ammayyaa lama eebbifaman

Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) –  Hospitaala Qidduus Phaawuloos Koolleejjii Meedikaalaa Barkumeetti Laabraatooriin ammayyaa lama eebbifamaniiru.

Inistiityuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaatti Maashinni Koobaas kuma 8800,Hospitaala Qidduus Phaawuloos Koolleejjii Meedikaalaa Barkumeetti ammoo maashinni Koobaas kuma  6800 jedhaman eebbifamuu ibsameera.

Maashinoonni kunneen guyyaan  samuudaa kuma 3  fi kuma 1 fi 500 gaggeessuuf dandeetti kan qaban ta’uu himameera.

Qorannoo Covid -19, HIV, Hepitaayitas C, fiixee gadaameessaa fi dhibee biroo gageessuuf kan gargaaru ta’uu eerameera.

Ministeerri Fayyaa dandeetti Laabraatoo biyyattii guddisuuf hojiilee adda addaa hojjechaa jiraachuu ragaan Ministeera Fayyaarra argame muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.