Fana: At a Speed of Life!

Labsiin sirna bulchiinsaa dhaabbilee bulchiinsarratti hojiirra oolu ba’e

Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Labsiin sirna bulchiinsaa dhaabbilee bulchiinsaa hundarratti hojiirra oolu ba’uu Abbaan Alangaa Waliigalaa ibse.
Labsichi tajaajiltummaan lammiilee haqa qabeessaa fi uwwisni qajeelfamaa fooyya’aa akka ta’u kan dandeessisuudha jedhame.
Rakkoo mirgoota Labsii fi Qajeelfamaan dhorkaman hojiirra oolchuuf murteessaa ta’uus himameera.
Hojiirra oolmaan isaas qajeelfamoonni dhaabbilee bulchiinsarraa ergaman Abbaa Alangaa Waliigalaan galmaa’ee lakkoofsa argachuun Marsaa Hawaasaa Abbaa Alangaa fi dhaabbatichaarratti ifoomsuun yoo danda’ame qofa jedhame.
Hanga ammaattis qajeelfamoota 800 galmeessun danda’amuu ibsameera.
Yismaaw Adaraatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.