Fana: At a Speed of Life!

Lammii Guddaa kanaaf tajaajila guddaatu mala- MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Ministirootaa fi Ministir Deetaawwan mootummaa haaraatiin muudamanii gara hojiitti galaniif hawwii gaarii qaban ibsaniiru.
Dooktar Abiy muudamtoota kanneen wayita hojii Jalqabsiisan onnee tajaajiltummaan itti gaafatamummaa isaanii akka ba’an hawwaniiru.
Lammii Guddaa kanaaf tajaajila guddaan kan malu ta’uus MM Abiy Ahimad fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.