Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen 146 Yaman irraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 146 Yaman irraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.

Lammiilee gara biyyaa deebi’an keessaa 126 dhiirota, 15 dubartoota yoo ta’an 5 daa’imman ta’uu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.