Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 1166 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 166 gara biyyaa deebi’aniiru.

Deebitoota keessaa 169 dubartoota, 133 ammoo daa’imman ta’uu ibsameera.

Hanga ammaatti lammiileen kumni 29 fi 120 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.