Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 251 Sawuud Arabiyaa irraa deebi’an

Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa 251 Sawuud Arabiyaa irraa deebi’an.
Lammiileen Ityoophiyaa 251 guyyaa har’aa Sawuud Arabiyaa Jiddaa irraa deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen manneen hidhaa Sawuud Arabiyaa fi rakkinoota garagaraa keessa jiraachaa kan turan ta’uu ragaan waajjira dubbi himaa ministeera dhimma alaarraa argame ni muldhisa.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.