Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 334 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya isaanii deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 334 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyya isaanii deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise.

Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an bakka bu’aa Daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaan simatamuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.