Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 996 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Amajjii 26, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 996 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.

Lammiilee kanneen keessaa 887 dhiirota yoo ta’an 9 ammoo guddattoota ta’uu eerameera.

Lammiilee kanneeniif deeggarsiifi kunuunsi barbaachisaan taasifamuufi hojiin maatii isaaniitti makuu hojjetamaa jiraachuu ibsameera.

Baatii Sadaasaa 12, 2015 irraa eegalee hojii lammiilee gara biyyaatti debisuu hojjetameen lammiileen kumni 38fi 449 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.