Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 176 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan kumni 1 fi 176 gara biyyaa deebi’aniiru.

Deebitoota keessaa kumni 1, 167 dhiirota yoo ta’an, 9 guddattoota umrii waggaa 18 gadi ta’uu ibsameera.

Sadaasa 12, 2015 eegalee marsaa kanaan hanga ammaatti lammiileen kumni 36, 425 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.