Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 68 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 15, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 68 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa kumni 1fi 67 dhiirota yoo ta’an, tokko ammoo daa’ima jedhame.
Hanga ammaatti hojii lammiilee deebisuu hojjetameen lammiileen, kumni 26 fi 868 ol deebisuun danda’amuu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.