Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen kamiiyyuu dhimma biyyaarratti walaba ta’uu hin danda’an – Gamtaa Dhaabbilee Waldaalee Siiviilii Hawaasaa

Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) –Gamtaan Dhaabbilee Waldaalee Siviilii Hawaasaa miidhaa lammiilee nagaa, Manneen Amantaa fi manneen barnootarratti gareen shororkeessaa ABUT raawwataa jiru balaaleffate.
Gamtaan Dhaabbilee Waldaalee Siiviilii Hawaasaa haala waqtaawaa ilaalchisee miidiyaaleef ibsa laataniiru.
Lammiileen kamiiyyuu dhimma biyyaarratti walaba ta’uu kan hin dandeenye ta’uu Dhaabbileen kunneen ibsaniiru.
Yakka gareen kun lammiilee nagaa, manneen amantaa fi manneen barnootarratti raawwataa jiru dhaabbileen biyya keessaa, idil addunyaa fi hawaasni addunyaa balaaleffachuu akka qaban gaafateera.
Addisuu Mulunahitu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.