Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen wantoota shakkisisoo kamiyyuu yoo argan sarara bilbilaa 910 irratti eeruu akka laatan waamichi dhiyaate

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Lammiileen nageenyaa uummataa fi filannoo biyyoolessaan wal qabsiisee wantoota shakkii itti uumuu  kamiyyuu yoo argan sarara bilbilaa 910 irratti eeruu akka laatan Tajaajilli Nageenya odeeffannoo biyyoolessaa waamichi dhiyeesseera.

Tajaajilli Nageenya odeeffannoo biyyoolessaa nageenyaa biyyattii fi faayidaa biyyoleesaa eeguuf dhaabbata ergamnii laatamee yoo ta’u, waajjirichi ergamichaa ba’uuf odeeffannoowwan deeggaran walitti qabun qaama dhimmi ilaallatuu ni laata.

Dhaabbatichi hojiin isaa si’ataa fi bu’a qabeessaa akka ta’uuf hirmaannaa hawaasa murteessaa ta’uu tajaajilli nageenyaa odeeffannoo ibseera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.