Fana: At a Speed of Life!

Lammiin Gaanaa Kiristiyaan Atisuun miidhaa Balaa Kirkira Lafaan isa mudaten lubbuun boqote

Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Lammiin Gaanaa Kiristiyaan Atisuun Balaa Kirkira Lafaa Turkitti mudateen miidhaa irra qaqqabeen lubbuun boqochuu ibsame.

Kirkira lafaa Turkii fi Sooriyaatti mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbanii kuma 45 caalera.

Taphataan Kubbaa Miilaa Garee Biyyaalessa Gaanaa, Cheelsii,Evartanii, Boornimaawuzii fi Niwukaastiil duraanii Kiristiyaan Atisuunis namoota kanneen isaa tokko ta’uu eerameera.

Namoota hanga ammaatti lubbuun darban keessaa lammiileen Turkii kuma 39 fi 672, Lammiileen Sooriyaa ammoo kuma 5 fi 800 ta’uu isaanii himameera.

Gama biraan ga’eessi umrii waggaa 45 tokko guyyoota 11 booda Jijjiga gamoo jalaa lubbuun argamuu BBCn gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.