Fana: At a Speed of Life!

Leenjiin haaromsaa kan kennameefi miseensoonni poolisii dhalattoota naannoo Tigiraay, naannichaatti bobbiin akka laatameefi Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksise

Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Leenjiin haaromsaa kan kennameefi miseensoonni poolisii dhalattoota naannoo Tigiraay, naannichaatti bobbiin akka laatameefi Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksise.
Leenjiin haaromsaa yeroo gabaabaa kan kennamefi miseensoonni poolisii dhalattoota naannoo Tigiraay, ummata naannoo Tigiraay akka tajaajilaaniif bobbiin akka laatameefi Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiseera.
Duula olaantummaa seeraan walqabatee, naannichatti nageenyii fi tasgabbiin akka uummamuuf dhaabbilee nageenyaa naannichaa ijaaruu fi hooggantoota juuntaa hafan adamsuun seeraatti dhiyeessuf hojjetamaa jiraachuun komishinichi beeksiseera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.