Fana: At a Speed of Life!

Leenjiin marsaa jalqabaa leenjitoota tola ooltoota biyyaalessaa laatamaa jira

Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Leenjiin marsaa jalqabaa leenjitoota tola ooltoota biyyaalessaa Yuunvarsiitiwwan hunda keessatti laatamaa jira.
Leenjitoota marsaa jalqabaa kanneeniif guyyaa har’aa Viidiyoo konfaransiin leenjiin mala jireenyaa laatamaa jiraachuu Ministeerri Nageenyaa beeksiseera.
Ga’umsa ofiti amanamummaa cimsuu, rakkoolee qunnamuf harka osoo hin laatiin furuu danda’uu, yeroo isaanitti sirnaan fayyadamuu, cimanii fi hanqina jiru adda baasuun haala dandeessisurratti leenjichi laatamaa jiraachuu ragaan Ministeerichaa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.