Fana: At a Speed of Life!

Liivar Puul 3 – 1 Maanchiisteer Siitii

Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Liveerpuuliin Waancaa Komuuniitii Shiildii Ingilaand injifate.

Taphni waancaa Komuunitii Shiildii, Maanchistar Siitii fi Liveerpuul gidduutti galgala kana gaggeeffame olaantummaa Liivar Puuliin xumurameera.

Tapha waancaa Komuunitii shiildiin kilabni Jargeen Kiloop Liveerpuul yeroo 16ffaaf shaampiyoonaa ta’eera.

Tapha saaqiinsaa Pirimeerliigii Ingilaandi bara waldorgommii 2022/23’n Maanchistar Siitii fi Liveerpuul, Peep Gaardihollaa fi Jargeen Kiloop, Eerlingi Haalandi fi Daarwiin Nuunez har’a dirree Leezistaar Siitiitti gaggeeffameen Liivar Puul goolii 3 fi 1n Siitii injifateera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.