Fana: At a Speed of Life!

Liyooneel Meesiin bara 2020tti taphataa galii guddaa argatu ta’uu ibsame

Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Liyooneel Meesiin bara 2020tti taphataa galii guddaa argatu yoo ta’u,Kiristaanoo Roonaaldoon ammoo 2ffaa ta’uu ibsame.
 
Akka ragaan barruun Foorbis jedhamu baase agarsiisuutti taphataan Baarseloonaa Liyooneel Meesiin waggatti galii guddaa argachuun dursa jira.
 
BarruuN Foorbisitti taphattoota galiidhan 1 – 10 jiran ifoomseera.
 
1.Lionel Messi (Barcelona and Argentina) $126m (£97.2m)
2. Cristiano Ronaldo (Juventus and Portugal) $117m (£90.3m)
3.Neymar (Paris St-Germain and Brazil) $96m (£74.1m)
4.Kylian Mbappe (Paris St-Germain and France) $42m (£32.4m)
5.Mohamed Salah (Liverpool and Egypt) $37m (£28.5m)
6.Paul Pogba (Manchester United and France) $34m (£26.2m)
7.Antoine Griezmann (Barcelona and France) $33m (£25.5m)
8.Gareth Bale (Real Madrid and Wales) $29m (£22.4m)
9.Robert Lewandowski (Bayern Munich and Poland) $28m (£21.6m)
10.David de Gea (Manchester United and Spain) £27m (£20.8m)
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.