Fana: At a Speed of Life!

Liyooneel Meesiin Waancaa Addunyaan booda tapha jalqabaa isaa injifannoon eegale

Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Liyooneel Andereen Meesiin Waancaa Addunyaan booda tapha jalqabaa isaa Kilaba PSG taphaterrarri goolii lakkoofsiiseera.

Tapha Liigii 1ffaa Fireenchi eda galgala taphatameen PSGn goolii 2 fi 0n Angarsi injifateera.

Waancaa Addunyaa 22ffaa booda kilaba isaaf tapha jalqabaa kan taphate Meesiin daqiiqaa 72ffaarratti goolii tokko galcheera.

Oduu biroon Maanchiisteer Siitii Saawuzhampitaoon goolii 2 fi 0n injifatamuun Waancaa Kaaraabaa’oo ala ta’eera.

Maddi:-CGTN fi BBC Sport

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.