Fana: At a Speed of Life!

Maanchiisteer Siitiin Shaampiyoonaa Piriimaayeer Liigii Ingilaandi bara 2022/23 ta’e 

Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Arsenaal Nootiingahaam Foorstiin injifatmuu hordofee Maanchiisteer Siitiin Shaampiyoonaa Piriimaayeer Liigii Ingilaandi bara 2022/23 ta’uu mirkanaa’eera.

Arsenaal Nootiingahaam Foorstiin goolii 1 fi 0n injifatamuu hordofee Maanchiisteer Siitiin taphoonni 3 osoo isa hafuu Shaampiyoonaa Piriimaayeer Liigichaa ta’uu mirkanaa’eera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.