Fana: At a Speed of Life!

Maanchisteer Siitiin Arseenaaliin 5 fi 0 injifate

Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Taphaa Priimayer Liigii Ingiiliiz guyyaa har’aa gaggeeffameen Maanchisteer Siitiin Arseenaaliin 5 fi 0 injifateera.

Taphattoota garee Maanchisteer Siitiif keessaa Elkaay Gundoogaan daqiiqa 7ffaarratti Feeraan Toorees daqiiqa 12 fi 84, Gabrel Jeesuus daqiiqa 43ffaa, Roodrigoo Heernaadees daqiiqaa 53 irratti qabtiwwan kanneen lakkoofsisaniiru.

Taphataan dirree walakkaa Arseenaal Giraaniit Zhaakaa badii raawwateen daaqiqaa 35ffaarrattii kaardii diimaan dirreerra gaggeeffameera.

Maddi:-BBC

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.