Fana: At a Speed of Life!

Maark Zuukerbarg adda cituu Feesbuukii fi miidiyaalee hawaasummaa biroof dhiifama gaafatan

Finfinnee,Fulbaana 25, 2014 (FBC) –Hojii gaggeessaa olaanaan Feesbuukii Mark Zuukerbarg eda galgala adda cituu Feesbookii, Inistaagraamii, Waatsaappii fi Miiseenjariif dhiifama gaafataniiru.
Kaleessaa galgala naannoo sa’atii 1 irraa kaasee hanga halkan walakkattii tajaajilli miidiyaalee hawaasaa sadarkaa idil addunyaatti adda citee turuu isaatiin Mark Zuukerbarg dhiifama gaafachuu ragaan Fuula Miidiyaa Hawaasummaa isaanirraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.