Fana: At a Speed of Life!

Maatin Diraamaa Abbaa Jaamboo badhaafaman

Finfinnee, Guurandhala 14, 2012 (FBC) – Maatin Diraamaa Abbaa Jaamboo badhaafaman.

Haaluma kanaan:
1/ Barreessaa fi Gaazexeessaa Sabsibee Abbabaa; waancaa fi Birrii kuma 100,

2/ Artiist Yashii Raggaasaa; waancaa fi Birrii kuma 75,

3/ Aadde Dansee Abarraa; waancaa fi Birrii kuma 60,

4/ Gaazexeessaa fi Artiist Isaayyaas Ahimad; Birrii kuma 60,

5/ Gaazexeessaa fi Artiist Daadhii Tufaa; Birrii kuma 60,

6/ Artiist Taammiraat Kabbadaa; Birrii kuma 50,

7/ Artiist Abbabach Ajjamaa; Birrii kuma 50 badhaafamaniiru.

Taatota diraamaa Abbaa Jaamboo waggaa 19f Raadiyoo Faanatiin tamsa’aa turerratti hirmaachaa turaniif ammoo waraqaan ragaa kennameera.

Diraamichi badhaasaa fi beekamtii akka argatu kan hojjetan hoji gaggeessaa olaanaa FBC obbo Baqqalaa Muullataatis uffannaa aadaa Oromoo fi bokkuu badhaafamaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.