Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Cirootti haati tokko daa’imman 4 deesse

Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)-Godina Harargee Lixaa magaalaa Cirootti  haatii  Fariyaa Shamshaddiin jedhamtu daa’imman 4 Hospitaala Cirootti deesseetti.

Haatiin kun dhiira lamaa fi dubartoota 2  dahuushee

Ispaashilitii Ulfaa fi Gadaameessaa Hospitaala Ciroo Dooktar Mahaammad Ahimad ibsaniiru.

Aadde Faariyaa fi daa’imman dhalatan  haala gaariirra akka jiranii fi hordoffii taasifamaafii jiraachuu ragaan waajjira kominikeeshinii godina Harargee Lixaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.