Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Dabra Birhaanitti Birrii Biiliyoona 2.8n kan ijaarrame dhaabbanni Biqilaa Boort Maalt hojii eegale

Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Magaalaa Dabra Birhaanitti Birrii Biiliyoona 2.8n kan ijaarrame dhaabbanni Biqilaa Boort Maalt hojii eegale.
Abbootii qabeenyaa Faransaayiin kan ijaarrame dhaabbatichi biqila toonii kuma 60 oomishuuf dandeetti qaba jedhameera.
Itti Aanaa Preezdaantii Naannoo Amaaraa Dooktar Faantaa Mandafiroo bakkichatti argamuun hojii eeggalchiisaniiru.
Dhaabbatichi waggaan biqila oomisuuf qonnaan bultoota kuma 40 irraa oomisha garbuu akka fudhatu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.