Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Dabra Taaboritti Piroojektoonni 40 Birrii miiliyoona 131ijaarramaan eebbifaman

Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Magaalaa Dabra Taaboritti Piroojektoonni 40 Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 31ijaarramaan bakka Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan argamanitti eebbifamaniiru.

Piroojektoonni kunneen hirmaannaa hawaasaan ijaarramuun tajaajilaaf ga’uu isaanii ragaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.