Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Dambi Doollootti talaallii vaayrasii koroonaa laatamu eegale

Finfinneee, Eebila 4, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Magaalaa Dambi Doollootti talaallii vaayrasii koroonaa laatamuu eegaleera.

Talaalliin vaayrasii kun Hospitaala waliigalaa Dambi Doollootti ogeeyyii fayyaatif guyyaa har’aarraa eegalee laatamaa jiraachuu ragaan Kominikeeshinii Mootummaa Godina Qellem Wallaggaarra argamee ni mul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.