Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Dirree Dawaatti hiriirri mormii garee ABUT fi deeggarsi Raayyaa Ittisaa gaggeeffame

Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Magaalaa Dirree Dawaa hiriira mormii garee ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa ibsu gaggeessaniiru.

‘Ityoophiyaan moo’atteerti, gara fuulduraas ni moo’atti, nuti ijoolleen Dirree Raayyaa Ittisaa cinaa jirra, nuti Ityoophiyaanoon nageenya ni mirkaneessinaa’ dhaadannoowwan jedhu dhageessisaa hiriira gaggeessaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.