Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Dirree Dawaatti sagantaan aduu tokkoon biqiltuu kuma 500 dhaabuu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Magaalaa Dirree Dawaatti sagantaan aduu tokkoon biqiltuu kuma 500 dhaabuu gaggeeffamaa jira.

Bulchiinsa magaalichaatti gandoota magaalaa fi baadiyyaatti raawwatamaa kan jiru dhaabbiin biqiltuu kun hoggantoota olaanoo dabalatee kutaan hawaasa garagaraa hirmaata jiru.

Hogganaan Biiroo Qonnaa magaalichaa obbo Abdurraahim Yusuuf, bulchiinsi magaalichaan ganna baranaatin biqiltuu miiliyoona 2 dhaabuuf karoora qabachuu himaniiru.

Kanneen keessaayis kumni 700 nyaataaf kan oolaanidhaa jedhan.

Iyoonaadaab Andu’aleemtu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.