Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfineetti vaayrasiin koroonaa namoota kuma tokkoo fi dhibbaa afurii fi 44 iratti argamuun mirkanaa’e

Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfineetti qorannoodhaan vaayrasiin koroonaa namoota kuma tokkoo fi dhibbaa afurii fi 44 iratti argamuun mirkanaa’eera.

 

Magaalaa Finfineettii qorannoo laabooraatorii sa’aa 24 dabre keessatti taasifameen namoonni vaayrasiin koroonaa irratti argame 101 tahuu Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee beeksiseera.

 

Finfineetti waliigalaan namoonni covid-19n qabaman 1444 gahuunis himameera.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.