Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti agarsiisni oomishaalee qonnaa baname

Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti mata duree “Qonna dhiibbaa guddaa akka uumu dandeessisuu” jedhuun  agarsiisni oomishaalee qonnaa Komishinii Diinagdee Afrikaatti banameera.

Agarsiisichi Ministeera Qonnaa, Inistiitiyuutii Ce’umsa Qonnaafi Inistiitiyuutii Qorannoo Qonnaa Ityoophiyaan qophaa’uu ibsameera.

Agarsiisicharratti dhaabbileen garaagaraa damicharratti bobba’an oomishaalee isaanii kan dhiyeessan ta’uu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.