Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti manneen barnoota maqaa magaaloota Goodee fi Asoosaan moggaafaman

Finfinnee, Sadaasa 20, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti manneen barnoota maqaa naannoo Sumaalee magaalaa Goodee fi Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaatin moggaafamaniiru.
Maqichi bakka itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, preezdaantiin naannoo Sumaalee obbo Musxafee Mahaammad, Af yaa’ii Manni Maree Bulchiinsa magaalaa Finfinnee aadde Zarfashiwaal Nigusee fi Af yaa’ii Manni Maree naannoo Beenishaanguul Gumuuzii obbo Taaddalee Tarrafee fi hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon bakka argaminiitti moggafaameera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.