Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti qophiin filannoof barbaachisan taasiifamaa jiraachuu ibsame

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa adda addaatti qophiin filannoof barbaachisan taasiifamaa jiraachuu bulchiinsi magaalicha beeksiise.
Kutaalee magaalichaatti filannoo marsaa 6ffaa guyyaa baruu gaggeeffamuuf hojiileen iddoo qopheessuu fi kanneen biroo hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Jiraattoonni magaalichaa qophiilee filannichaaf barbaachisan raawwachaa jiraachuu himameera.
Filannoo gaggeeffamu cinaatti sagantaa Ashaaraa magariisaa gaggeessuuf hojiin boolla qopheessuu hojjetamaa jiraachuu ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesii magaalichaarraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.