Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Godeeyitti buufata xiyyaaraa idil addunyaa Miiraad Laaylii ijaarsisuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) –Magaalaa Godeeyitti buufata xiyyaaraa idil addunyaa Miiraad Laaylii ijaarsisuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame.
Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaamaad Magaalaa Godeeyitti buufata xiyyaaraa idil addunyaa Miiraad Laaylii ijaarsisuuf dhagaan bu’uuraa kaa’aniiru.
Sirnicharratti obbo Musxafee Mahaamaad dabalatee Deettaa Ministira Geejjibaa obbo Kaasaahuun Gofee fi hojii gaggeessaa olaanaa dhaabbata buufata xiyyaaraa Ityoophiyaa obbo Iskindir Alamuu argamniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.