Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Haramaayaatti proojektoonni adda addaa eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaa Magaalaa Haramaayaatti proojektoonni adda addaa basii Birrii miiliyoona 48 oliin ijaarraman eebbifamaniiru.

Bulchiinsa Magaalaa Haramaayaatti proojektoonni baasii Birrii miiliyoonaa  48 oliin hojjetamaa turan  xumuramuun eebbifamaniiru

Kantiibaa Bulchinsa Magaalaa Haramaayaa obbo Mul’ataa Bushraa proojetoonni eebbifamaan daandii koobiilii , buufata fayyaa fi giduugaloonni keessaatti argamu jedhaniiru.

Iyonaadaab Andu’aaleem

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.