Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Humaraatti maallaqni seeraan ala socho’aa ture to’atame

Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Magaalaa Humaraatti namoonni maallaqa seeraan ala korojoo lamaa guutuu qabatanii socho’aa turan to’ataman.
 
Namoonni kunneen Baajaajiin maallaqa korojoo lama guutuu fe’anii sochoosaa osoo jiranuu to’annoo jala ooluu Komishiniin Poolisii naannoo Amaaraa beeksiseera.
 
Yeroo ammaa namoota to’annoo jala oolaan kanneen irratti qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.