Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Maqaleetti raayyaan ittisa biyyaa kan hin beekne diippoon meeshaa waraanaa itti kuufamu argame

Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) –Magaalaa Maqaleetti raayyaan ittisa biyyaa kan hin beekne diippoo meeshaan waraanaa itti kuufame argame.
Duula addaan Ajajaan Reejimantii 3ffaa Birgeedii 2ffaa Leetanal jenaraal Saadiq Ahimad akka ibsanitti Maqaalee raayyaan ittisa biyyaa kan hin beekne diippoo meeshaan waraanaa itti kuufame argameera.
Gareen juuntaa waraanicha dandamachuu dadhabuun hidhannoo isaa hiikachuun baqateera jedhan.
Kanneen keessaa raayyaan ittisa biyyaa kan hin beekne diippoo meeshaan waraanaa itti kuufame argameera jedhan.
Hojiin sakkata’insaa cimee itti akka qabus ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.