Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Naqamteetti biiftuuwwan sadii mul’atan

Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)-Godina Wallagaa Bahaa magaalaa Naqamteetti biiftuuwwan sadii har’a mul’ataniiru.

Har’a ganama naannawa sa’aatii 3:00tti biiftuun sadii kan muul’atan.

Taateen akkanaa kanaan dura Itoophiyaa keessatti mul’achiifi dhiisuunsaa qabatamaan beekamuu baatus Chaayinaatti yeroowwan baay’eedhaaf irra deddeebiin waan mul’atuuf taatichi haaraa ta’uu dhabuu ragooleen akka muul’dhisaan ragaan Waajjira Dhimmoota Komiikeeshinikii mootummaa magaalaa Naqamteerraa argamee ni muul’dhisa.

nistiityutii Saayinsii Hawaa fi Teknooloojii Ityoophiyaa, Wiirtuu Mil’annaa fi Qorannaa Inxooxxootti Qajeelcha “Astronomy and Astrophysics Research and Development” jedhumurraa Dooktar Sabluu Humnee, balaqqeessi akkanaa haaraa miti, darbee darbee ni uumama jedhaniiru.
Chaayinaattillee uumamee ture. Taatechis biiftuun sadii ta’ee mul’achuu otoo hintaane, isuma jirutu balaqqeessa’ee mul’ata jedhan.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.