Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Sabbataatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Jiraattonni Magaalaa Sabbataa fi Naannawaa ishee hiriirri deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadif gaggeeffameera..

Jiraattonni Magaalaa Sabbataa fi Naannawaa ishee hiriirichaan deeggarsa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi Paartii Badhaadhinaaf qaban agarsiisaniiru.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.