Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Sulultaatti Simminitoon seeraan ala gurguramaa ture to’atame

Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti Simmintoon Seeraan ala gurguramaa ture kuntaalli 627 to’atamuu ibsameera.
Simmintoonni gatii eyyamameen ala, iddoo eyyamen alatti mana jireenya fi konkolataa irratti gurguramaa ture Oomishinni Simmintoo Darbaa kuntaalli 627 to’atamuu Waajjirri Kominiikeeshinii mootummaa magaalichaa beeksiiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.