Fana: At a Speed of Life!

Magaalaan Faasiil shaampiyoonaa Priimeyar Liigii Ityoophiyaa bara 2013 ta’uu mirkaneeffate

Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 22ffaa har’a waaree booda Istaadiyeemii Yunvarsiitii Hawaasaatti gaggeeffameen Bunni Ityoophiyaa fi Walaayittaa Diichaan goolii malee qixa ba’aniiru.
Taphni garee lamaanii qixa xummuramuu hordofee Kilabiin magaalaa Faasiil Shaampiyoonaa Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa bara 2013 ta’uu mirkaneeffateera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.