Fana: At a Speed of Life!

Magaalaan Finfinnee Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise

Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisaa Adda waraanaa Daabaarqitti argamuuf deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 31 olitti tilmaamamu taasiise.

Horiin dhaabbiii fi uffataalee Birrii miiliyoona 31tti tilmaamamu bakka Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee argamanitti laatameera.

Sirna walhakaa fuudhinsa deeggarsichaarraatti Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar Dabalatee hoggantoo mootummaa federaalaa fi Naannolee argamuu ibsameera.

Biruuk Tashoomaatu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.