Fana: At a Speed of Life!

Magaalaan Maqalee hanga takka gara sochii idileetti deebi’aa jirti

Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) –Magaalaan Maqalee guyyoota muraasa dura raayya ittisa biyyaa jala kan olte sochiin namoota hanga takka eegaleera.
Gareen gaazexeesitoota guyyaa har’aa kutaalee magaalaa Maqalee garagaraa sonaniiru.
Sona taasisaniin manni daldalaa cufamee ture tokko tokko banamaa jiraachuu ibsaniiru.
Yaada isaanii Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetitti kan laataan jirattoonni magaalichaa “ nuti kan barbaannu nageenya, tajaajjili ifaa fi bilbilaa adda cite nuuf haadeebi’u “ jechuun gaafataniiru.
Wayita ammaa raayyaan ittisa biyyaa duula olaantummaa seeraa kabachiisun ala dhiibbaa takkayyuu akka isaan irran hin geenye himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.