Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti baatiwwan sadan darban hojiin misoomaa fi bulchiinsa gaarii karaa qindoomina qabuun hojjetamuu ibsame

Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan sadan darban hojiin misoomaa fi bulchiinsa gaarii karaa qindoomina qabuun hojjetamuu ibsameera.

Bulchiinsi magaalichaa raawwii boqonnaa qophii baatiwwan sadan darbanii fi kallattii xiyyeeffannoo yeroo itti aanuurratti hoggantoota hanga aanaatti jiran waliin mari’ateera.

Baatiwwan sadan darban hoggansi tumsaa fi qindoominaan hojiilee milkaa’ina qabu raawwachuu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.