Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti beekkamtiin manneen barnoota 11 sadarkaa gadi jedhamaan haqame

Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti beekkamtiin manneen barnoota 11 sadarkaa gadi jedhamaan haqameera.

Abbaan Taayitaa Qulqullinaa fi Mirkaneessa Madaalli Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee manneen barnoota 11 sadarkaa gadi ta’aan jedhamaan beekkamtiisaanii haquu beeksiseera.

Hoji gaggeessituun waajjira abbaa taayitichaa aadde Shawiit Shaankaa, barnoonni bara 2014 osoo hin eegaliin qulqullinaarratti to’annoo taasifamuu himaniiru.

Matiin ijoolleesaanii wayita galmeessasaniis manni barnooticha beekkamtii akka qabu mirkaneessuu qabu jedhaniiru.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.