Fana: At a Speed of Life!

Magaalota Oromiyaa garaagaraa keessatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame

Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Jiraattoonni magaalota Oromiyaa garaagaraa deeggarsaa Raayyaa Ittisaa qaban ibsuuf hiriira gaggeessan.

Jiraattoonni Magaalaa Shaashamannee fi naannawaa ishee, Magaalaa Jimmaa fi Naannawa ishee Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf tumsa qaban ibsuuf hiriira ba’uun agarsiisaniiru.

Akkasumas jiraattoonni Godina Baalee fi magaalaa Roobees Addabaabayii Jeneraal Waaqoo Guutuutti ba’uun dhaadannoo garaagaraan deeggarsa qaban muul’isaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.