Fana: At a Speed of Life!

Magalaa Finfinneetti haala yeroo daheeffachuun weerarri lafa seeraan alaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 28, 2012 (FBC) – Magalaa Finfinneetti haala yeroo daheeffachuun weerarri lafa seeraan alaa muul’achaa jiraachuu Bulchiinsi magaalichaa beeksise.
 
Keessattuu yeroo dhiyoo as kutaa bulchiinsa magaalichaa garaagaraatti weerarri kun bal’inaan muul’achaa jiraachuu himameera.
 
Bulchiinsi magaalichaa weerara lafa seeraan alaarratti tarkaanfii fudhachaa kan jiru yoo ta’u, yeroo itti aanu tarkaanfiin kun xiyyeeffaannoon itti fufa jedhame.
 
Haala yeroo daheeffachuun weerara lafa seeraan alaa gaggeeffamaa jiru diiguun alatti qaamoolee gochicha keessatti hirmaatan seeratti dhiyeessuuf kan hojjetamu ta’uu ragaan Waajjira Kaantibaa magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.