Fana: At a Speed of Life!

Mallatoolee dhibee Tiruu

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Dhibeen Tiruu (Hepatitis) mallattoolee gurguddoo shan qaba.

Mallattoo dhibee tiruu keessaa inni tokkoo dhadhabbii yoo ta’u, humna dhabuu, hojii ykn sosochii booda dhadhabbii dhufuudha.

Yeroo hedduu mallattoon kun ganamarraa gara galagalaarra kan dhufuu yoo ta’u, sababa dhibee tiruuf dhadhabbiin dhufuu darbe darbee kan dhufuu fi yeroo adda addaatti ciminni dhadhabbicha addadha.

Ol guruun ammoo mallattoo dhibichaa biroo yoo ta’uu, dhibee tiruu olaanaa ta’eearratti kan mudatuu fi miirrii dhadhabbiis waliin dhufuu kan danda’uudha.

Dhibeen kun nyaata foolii qabani fi nyaata zaayinni itti bayyatee nyaachuun ni hedduummata.

Gogaa nafaa  hoksisuu ammoo mallattoosaa biroodha.

Kutaa ijaa adii fi gogaan bifa qeelloo akka qabatuu akkasumas yeroo tokko tokkoo iji magariisaa akka ta’uuf carraa ni uumaa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.