Fana: At a Speed of Life!

Mana jireenyaa fi magaalaa keenya kan taate Finfinnee magarisummaatu isheef mala – Inj. Taakkalaa

Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – “Mana jireenyaa fi magaalaa keenya kan taate Finfinnee magarisummaatu isheef mala” Itti aanaa Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa.

 

Injiinar Taakkalaa Uumaa mana jireenyaa fi magaalaa keenya kan taate Finfinnee magarisummaatu isheef malaa jedhan.

 

Jiraattonni magaalaa Finfinnee sagantaa ashaaraa magariisaaa guyyaa booruu Adoolessa 26,2012 ganama saa’aatii 12 irraa eegalee naannoo naannoo keenyatti iddoowwan dhaabbiif qophaa’anirratti biqiltuu dhaabuun gahe keenya haa baanuu jechuun waamicha dhiyeessaniiru.

 

Koottaa waliin taanee magaalaa magariituu dhalootaaf kan darbu haa ijaarrus jedhaniiru.

 

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.