Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa har’a walga’ii ariifachiisaa 3ffaa ni gaggeessa

Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI har’a walga’ii ariifachiisaa 3ffaa bara hojii 5ffaa  ni gaggeessa.

Walga’iin kun sa’aa muraasan booda galma walga’ii waajjira Muummee Ministiraatti ni eegalama.

1.Qaboo yaa’ii walga’ii ariifachiisaa 2ffaa bara hojii 5ffaa  qoratee ni raggaasisa

2.Gabaasa weerara vaayrasii koroonaa Ministeerri Fayyaa dhiyeessu irratti mari’achuun duub deebii fi tarkaaffii gara fuuldurarratti murtee ni darbarsa jedhame.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.